Browsing Category
Tana Quba Qabduu
Wantoota Ajaa’ibsiisoo tahan
Telefoona birrii 400,000tti gurguramaa ture
Addunyaa har’raa keessatti wanti hundi smartphone ykn telephone harkaatiin dalagamutti jira. Smart phone Teknoolojii namni hundi…
Magaalaa tana keessatti du’uun dhoorkaadha.
Jiruu fi jireenya ilma namaa keessatti magaalonni faaydaa guddaa qabu. Kanaaf namni iddo garagaraa irraa walitti dhufee magaalaa…
- Advertisement -
Mana barnoota kanatti “hiyyummaa” jedhanii dubbachuun yakka
Ilma namaa bifa hundaan qaramee, qaroomee bahu oomishuun kaayyoo manneen barnootaati. Biyyi takka guddatuudaaf, hawaasnis…
- Advertisement -
Biyyoota Gammachuu Ajaa’ibaa keessa jiraatan.
Gammachuun maaliin ibsama? Haaluma ilma namaatiin gammachuun garaagarummaa qaba. Namni tokko tokko jireenyi magaalaa isa…
- Advertisement -
Saatalaayitii
Biyyi teenya Itiyoophiyaan waggaa sadi dura, saatalaayitii takka gargaarsa mootummaa Chaaynaatiin gara hawaa erguun isii!-->…
- Advertisement -
Biyyoota Buna Dhuguun keessatti yakka ture
Yeroo ammaa kanatti buna dhuguun baramaadha. Dhugaatii haalaan jaalatamus taheera. Namni hundi buna dhuguu baatus mana hunda!-->…
- Advertisement -
Waraana addunyaa lammaffaa
Lola Raashiyaa fi Yukreen jiddutti geggeeffamaa jiru dabalatee walitti gaarrifannaan Iraanii fi Ameerikaa jiddutti yeroo!-->…
- Advertisement -
Meeshaawwan Ilma namaatiin hojjatamanii kanneen saffisa guddaa qaban
Yeroo haalaan dhiphatte tana dhaqqabuuf jecha ilmi namaa teknolojii garagaraa hojjachutti jira. Inni kaleessa dhageenye arra!-->…
- Advertisement -
Teknolojii Chaayinaa
Rabbiin ilma namaa waa heddu badhaasee, waa hedduun qananiise. Waan Rabbiin ilma namaa badhaase keessaa wanti sammuu gahaa hin!-->…
- Advertisement -
Nama eega waraanni goolabamee booda waggaa 30 kophaa isaa qabsoo irra ture
Hiroo Onodaa jedheama. Lammii Jaappaaniiti. Bara 1922 dhalate. Waggaa 20 booda bara 1942tti waraana Jaappaaniitti makame.!-->…