header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
AwrooppaaOdeeyfannoo

Dhaabbanni Turkiyaa tokko Kaaba Suuriyaa keessatti Masjiidota 108 deebisee ijaaruu beeksise

Dhaabbanni Diyanet jedhamu kun hanga ammaatti lola Suuriyaa keessatti geggeefamaa jiruun masjiidota barbaadaayan jidduu 108 deebisee ijaaruu beeksise. Dhaabbatichi dabalataanis masjiidota 160 deebisee ijaaruuf qophii xumuruu ibse. Dhaabbatni Diyanet jedhamu kun mootummaa Turkiyaatiin kan deeggaramu yoo tahu, Yeroo ammaa masjiidotaa fi manneen barnootaa waraana Suuriyaa keessatti adeemaa jiruun barbadaayan deebisee ijaaruu irratti kan argamu tahuu gabaasni arganne ni mulisa.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button