header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooSaayinsiif Teknoolojii

Facebook ergaa barreeffamaa (text message) irratti tajaajila haaraya jalqabuu beeksise.

Dhaabbanni Facebook fayyadamtoonni isaa ergaa barreeffamaa (text message) tokko eega erganii booda yoo kan gaabban tahe, daqiiqaa 10 keessatti balleessuu akka dandahaniif tajaajila “Remove”jedhu kan jalqabe tahuun beekamee jira.

Kanaan dura namni tokko Applikeeshiina messenger irrattis  tahe gama Facebook’n barreeffama tokko eega ergee booda haala kamiinuu haqus tahe fooyyessuu hin danda’u ture.

 

34 Comments

  1. As wr Wb TV kenyaa soraqalbi musilimaa. Baga rabini ayaana Ed araafaa bara1441 tiin isingahe jechaa matiko abaako hadhaako akasumas. Obolewankotifi umaata musilimaahundani ergabagagesaani dabarfachunibarbaadaa

  2. السلام عليكم ورحمة الله وبركاته كيف

  3. baay’ee gaariidhaa amaas rabbii issin haa gaargaaruu amaas garuu kaara watsaaphiitin osoo nuuf ergiitaani. as war wab jaaza kalaahu keeyraan

  4. wr wb wr akkam jirtu nagadha?saganta tv keessan ni hordofan baay.ee barumsa kan namaf kennudha yeroo hunda isiin ordofin jabadha hanga dandeenyun isiin waliin jira nutii jiratoonnii godinaa jimmaa Aanaa Limmuu Saqqaa Ganda Magala Atinagoo

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button