header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Hoggantoonni Majliisa Godina Shawaa Kaabaa angoo isaanii hoggantoota haaraya filatamaniif dabarsanii kennan

Manni Marii Dhimmoota Islaamaa Godinaa Shawaa Kaabaa torbee sadi dura hoggantoota majliisa godinichaa haaraya filatuu gabaasuun keenna ni yaadatama. Haaluma kanaan guyyaa har’aa ammoo iddoo bakka bu’aan majliisa naannoo Oromiyaa Sheikh Abbaasalaam Abbaa Maccaa fi bakka buutoonni hawaasa muslimaa Godina Shawaa kaabaa argamanitti hoggantoota majliisaa waliin kan mari’atan tahuun beekamee jira.

Marii Salaale magaalaa Ficheetti geggeeffame kana boodas, majliisni haaraya filatame kan koree ulamoota godinicha sagal fi koreen boordii miseensota torba qabu, hoggantoota duraanii harkaa karaa nagayaatiin angoo fudhatan tahuu odeeyfannoon arganne ni addeessa.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button