header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Ibaadaa

Istighfaaraa (dalagaa fi yaada hamtuu irraa Rabbitti maganfachuu) heddummeessuun duniyaa fi aakhirattis bu’aa qaba

Rabbiin keenna Hadiis Alqudsii keessatti akkas jedha: “Yaa gabroottan koo! Isin halkaniifi guyyaa ni dogoggortu. Animmoo badii hundaa nin araarama. Araarama na kadhaa isiniifin araarama.” Muslimtu gabaase. ‘Istighfaarri’ (araarama kadhachuun) rakkoo baay’eedhaaf furmaata. Inni jalqabaa araarama Rabbii argamsiisa. Mee jecha Rabbiin Nabiyyullaah Nuuh irraa nuuf hime kan armaan gadii ilaalaa:

ﻓَﻘُﻠْï–ُ ïï³Ù’ï˜ÙŽï»Ù’ï»” ِï®Ùï»­ï ï­ÙŽï‘َّﻜُﻢْ ï‡Ùï»§ÙŽÙ‘ﻪُ ï»›ÙŽïŽï»¥ÙŽ ﻏَﻔ ÙŽÙ‘ïŽï­Ù‹ï “( 10 “) ﻳُï®Ù’ï³Ùï»žÙ ïï»Ÿï´ÙŽÙ‘ﻤَïŽï€ÙŽ ﻋَﻠَﻴْﻜُﻢ ﻣِّïªÙ’ï­ÙŽïï­Ù‹ï “( 11 “) ﻭَﻳُﻤْïªÙï©Ù’ﻛُﻢ ï‘ِï„َﻣْﻮَïï»Ù ï»­ÙŽï‘َﻨِﻴﻦَ ﻭَﻳَï Ù’ﻌَﻞ ﻟَّﻜُﻢْ ïŸÙŽï»¨ÙŽÙ‘ïŽï•Ù ﻭَﻳَï Ù’ﻌَﻞ ﻟَّﻜُﻢْ ïƒÙŽï»§Ù’ﻬَïŽï­Ù‹ï “( 12 “) { “Ù†ÙˆØ­)
‘Gooftaa keessan araarama kadhaa; dhugumatti Inni Akkaan Araaramaadhan’ jedhe. Rooba baay’ee deddeebi’aa isin irratti erga. Qabeenyaafi ilmaanis isiniif dabala. Ashaakiltii isiniif godheeti laggeenis isiniif taasisa. (Nuuh: 10-12)

Rooba argachuuf, ilmaaniifi qabeenya dabalachuuf istighfaarri murteessaadha. Kanaafuu Ergamaan Rabbii (saw) guyyaa tokkotti yeroo/si’a dhibbaa ol istighfaara godhu. Nutis haa baay’ifnu. Galata Rabbiin nuuf deebisutu isa nuti hojjannu caala.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button