header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
KoroonaaOdeeyfannoo Biyyaa

Itophiyaatti Namoonni 943 COVID-19’n qabaman

Sa’aa 24’n dabre keessatti qorannoo COVID-19 namoota 14,540 taasifame hordofuun, Namni 943 kan dhibee kanaan faalame argamu fi namoonni 23 immoo lubbuun dabruu gabaafame.

Akkasumas namoonni 338 dhibee kanarraa kan fayyaan yoo tahu, walumaagalatti Lakkoofsi Lakkoofsi namoota biyyattii keessatti dhibee kanaan qabamanii 25,118 yoo tahu, Lakkoofsi Namoota du’anii immoo 463 gahuu ministirri Fayyaa Dr Liyaa Taaddasaa ibsite.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button