header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Hoggantoonni ol’aanoon Tajaajila Basaasaa fi Nageenya biyyoolessaa duraanii lama to’aannaa jala oolan

Abbaan Alangaa Federaalaa ibsa baaseen, hoggantoonni ol’aanoon Tajaajila Basaasaa fi Nageenya Biyyoolessaa duraanii guyyaa hardhaa too’annaa jala oolan lamaan Obbo Ma’aashoo Kidaanee fi Obbo Haddush Kaasaa Dastaa tahuu ibse. Qondaaltonni lamaan yeroo taayitaa irra turanitti lammilee biyyattii heddu irratti yakka dhala namaa ol’aanaa tahe raawwachuun shakkamanii kan qabaman tahuu gabaafame.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button