
Odeeyfannoo Biyyaa
Korri Waliigalaa Mana Maree Dhimmoota Islaamaa Sanadii Tokkummaa Ulamootaa raggaasise
Korri Waliigalaa Mana Maree Dhimmoota Islaamaa har’a waaree booda Hoteela ililliitti kan jalqabame yoo tahu, Sanadii Tokkummaa Ulamootaa fi Sanadii ittiin bulmaata Majlisichaa kanaan dura qophaaye sagalee guutuun kan raggaasise tahuu gabaafame.
Kora bu’aa ba’ii heddu booda geggeeffamaa jiru kana irratti, bakka buutonni nannolee hundi kan irratti hirmaataa jiran tahuunis beekameera.

Ya Rabbi nu gammchisi nu gargari ☝️
ماشا الله ماشا الله ماشا الله تبارك الله جزاك الله خيرا
Rabbi Umrii isaanii nuf haa dheeressu ulamaa’ii keenya ❤️
Yaani kiyya korri wal ga’i ulamaa’ii keenya kuni hootela otu hin taanee majlis ulamaa’iif mataa isa danda’e murttefachudha qabna
Tamamabdalla3@gmail.com
mashallh tabarallh amalee wonatii hojatamee kunii hawasaa musalimatifii gahadhaa natii hin fakatuu hanagaa woronii duranii anagoo irraa jiranii hunadii jijiramanitii garuu naa hofolachaa bekatotaa tenaa kunii yadaa samuu kotitii
Maashallaah Maashallaah Maashallaah Maashallaah Maashallaah
123456