header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Liyyuu Poolisiin Naannoo Somaalee Aanaa Mayyuu Mulluqqee keessatti haleellaa raawwateen namoonni heddu ajjefaman

Liyyuu Poolisiin Naannoo Somaalee guyyaa har’aa Godina Harargee Bahaa Aanaa Mayyuu Mulluqqee Araddaa Roggee jedhamu keessatti haleellaa raawwateen, yoo xiqqaate lubbuun nama 31 kan dabre tahuu gabaasni arganne ni mul’isa. Namoota ajjeefaman jidduu 13 poolisoota Oromiyaa yoo tahan 19 ammoo manguddootaa, ijoollee fi haawwan akka tahan odeeyfannoon ni mul’isa.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button