IbaadaaOg-Barruu

Maaliif Uumamne?

Rabbin guddaan Akkas jedhe
أَفَحَسِبْتُمْ أَنَّمَا خَلَقْنَاكُمْ عَبَثًا وَأَنَّكُمْ إِلَيْنَا لَا تُرْجَعُونَ

Kaayyoo malee akkanumatti bilaash waan isin uumne seetanii, isin gama keenya hin deebitan seetanii

Warra xiinxaluuf Aayaan kun ergaa guddaa qaba. Keessatti Rabbiin akka waan nu dinniinuuti. Edaa nuti taphaafi baacoof hin uumamne. Rabbi akka gabbarruuf uumamne.

Kaayyoo Duniyaa irra jiraannuuf qabna. Hanga barbaanne mormaa oolluus du’aan Duniyaa tanarraa gallee gama Rabbii keenyaa deebi’uuf jiraanna. Kaayyoo uumamneef galmaan gahuu keenya boru fuula Rabbii duratti irraa gaafatamna.

Show More

3 Comments

  1. بسم الله الحمدلله اسلام عليكم ورحمة 💔
    اللهم صل وسلم وبارك على نبينا محمد 🌹
    صلى الله عليه وسلم 🥀صلى الله عليه وسلم 🥀
    Sallaallaahu aleyihi wasallaam

    ماشاءالله ماشاء الله ماشاء الله ماشاء الله تبارك الله جزاك الله خيرا 🌹
    Maashaa Allaah tabaarakallaah jzk

    Bayi’ee Bayi’ee galatooma heduu natti tolee yero baay’een isin Hordoftooa haaluma kanaan itti fufa isin Jaaladha Rabbif jecha ☝️nuuf jiraadhaa Umrii dheertu bakka jirttan iti fii amaanillaah 🌹☝️

  2. Assalaamu’aaleykum worahmatullaahii wobarakaatu Maashaa’allaa Maashaa’allaah maashaa’allaa yaa qopheessitoota Nuural hudaa Miindaa keessan Rabbiin Jannatul Firdoosiin isinii Haa godhu qubsuma keessan iinshaa’allaa kayrii nu yaadachiisuu keessaniif jzk

...

Back to top button