header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Majlisni waliigalaa Magaalaa Finfinnee, Miindaan Hojjii Raawwachiistuuf akka hin kaffalamne murteesse

Hoggantoota Majlisa magaalaa Finfinnee keessa namoonni tokkummaa hawaasa Muslimaa diiguu fi akka hojiin hin hojjetamne guufachisuun ji’a qofa lakkaa’anii mindaa fudhatan jiraatuun ibsame.

Majlisni magaalaa Finfinnee ibsa guyyaa har’aa baaseen, Amaanaa ummata irraa itti kenname galmaan baasuuf rakkachaa jiraatuus beeksise.

Haaluma kanaan hanga qorannoon ogeeyyiin qoratamee dhihaate raggaasifame hojiitti seenamuu asiitti, sababa qabeenyi hawaasa Muslimaa qisaasu hin qabu jedhuun, hardha irraa kaasee miindaan hojjii raawwachiistuu mana marii dhimmoota Islaamaa magaalichaaf akka hin kaffalamne kan murteesse tahuu gabaafame.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button