header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Odeeyfannoo

Mootummaan Emireets odeeyfannoo gareen Huusii Misaa’ela gara Emireets dhukaase jechuun baase haale.

Odeeyfannoo gareen Huusii Misaa’ela gara Emireets dhukaasuu beeksise ilaalchisee, Waajjirri Abbaa taayitaa  Ittisa Balaa Biyyoolessa Emireets ibsa guyyaa har’aa  kenneen, odeeyfannoon kun olola sobaa ta’uu ibse.

Waajjirichi ibsa isaa Kanaan; Humni ittisa qilleensa Emireets balaa biyya isaanii irratti aggaamamuu malu kamiyyuu ofirraa qolachuudhaaf dandeettii gayaa waan qabuuf, lammiileen biyyattii odeeyfannoo akkasiitiin rifachuu akka hin qabne beeksise.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button