header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Naannoo Kibbaa magaalaa Hawaasaatti sagantaan muhaadaraa guddaan geggeeffamaa jira

Sagantaa muhaadaraa guyyaa hardhaa geggeeffamaa jiru kana irratti Ulamaa’onni fi Ustaazonni akkasumas hawaasni muslimaa lakkoofsaan guddaa ta’e argamuun qooda fudhataa kan jiru yoo tahu, namoonni amantaa biroo keessa turan 10 immoo gara amantaa isaanii kan dhalootaa Islaamummatti kan deebi’an tahuu beekameera.

Ulamaa’otaa fi Ustaazota sagantaa kana irratti argaman jidduu:

Sheik Said Ahmad Musxafaa
Ustaaz Abubakar Ahmad
Ustaaz Saadiq (Abuu Haydar)
Ustaaz Yaassin Nuuruu fi keessummoonni birootis saganticha irratti hirmaataa jiran.

One Comment

  1. maasha’allh tabaarakallah rabbi isinirra haa jaallatu baay’ee namati tola jabaadha galanni keesan gudadha

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button