header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Manni Maree Dhimmoota Islaamaa Federaala Caalbaasii iddoowwan naannawa masjiida Anwaaritti argaman gurguruuf bahe uggure

Manni marii dhimmoota Islaamaa magaalaa Finfinnee iddoowwan naannawa masjiida Anwaaritti argaman, abbootii qabeenyaatti gurguruuf caalbaasii baasuu isaa gabaasuun keenna ni yaadatama.

 

Manni marii dhimmoota Islaamaa Federaalaa Xalayaa guyyaa hardhaa Majliisa magaalaa Finfinneetiif ergeen ammoo, Manneen maree Islaamaa magaalota Finfinnee fi Dirree Dhawaa keessatti hojiin hojjatamu kamiyyuu, beekkamtii mana marii majliisa Federaalaatiin ala tahuu akka hin qabaanne ibsuun, Caalbaasiin manni marii dhimmoota Islaamaa magaalaa Finfinnee baase kun beekamtii isaa malee waan taheef kan uggure tahuu ibse.

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button