header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooUSA

Prezdaant Traamp irratti himannaan yakkaa akka banamu ajajni dabre

Afa Yaa’iin Kongirasii Ameerikaa Naansii Peloosii ibsa Khamiisa har’aa kenniteen, Prezdaant Traamp mootummaan biyya biroo siyaasa Ameerikaa keessa akka seenu affeeruun heera Ameerikaa waan cabseef, prezdaanticha aangoo irraa buusuuf wixineen himannaa yakkaa akka qophaahu koree seeraa mana marichaatiif ajaja kan dabarsite tahuu beeksiste.

Miss Peloosiin, Prezdaant Tramp fedhii biyyattii caalaa dantaa isaatiif dursa kennuun, aangoo isaa seeraan ala fayyadamuun, heera biyyattii cabsee jira jette.

Naansii Peloosii himannaan yakkaa kun Traamp irratti akka banamu ajajuu kan beeksifte, manni marichaa gabaasa qorannoo yakkaa miseensota Kongirasii Ameerikaa Partii Dimokraatotaatiin dhiyaate, eega dhageeffatee booda tahuu odeeyfannoon ni addeessa.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button