Qaxar Magalaa Finfinnee keessatti Hospitaala Waldhaansa Dhibee Kalee ijaaruuf tahuu gabaafame

Ministeerri Fayyaa Amiir Amaan fi Ityoophiyatti Ambaasaaddarri Qaxar Hammaad Al-Dawsari har’a kan mar’atan yoo tahu, mootummaan Qaxar gama dhaabbata biyyattii “Qatar Foundation” jedhamuutiin, hospitaala dhibee Kalee qofa yaalu Finfinnee keessatti ijaaruuf akka tahe beekamee jira.

 

Comments
Loading...