header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Odeeyfannoo

RoomMe (Khaadima Manaa)

Meeshaan Kun RoomMe jedhama. Teknoolojii Bluetooth tiin hojjata. namni meeshaa kana manaa qabu jalqaba Bluetooth Telefoona isaa banee RoomMe kanaan wal qabsiisa. itti aansuunis meeshaa mana keessa jiru kan Smart tahe hunda isa wajji walitti hidha.
  • Smart TV
  • Smart Bulb
  • Smart Coffee Maker
  • Smart Cooker

Meeshaan Smart tahe hundi RoomMe wajji eega walitti hidhamee booda. meeshaan kun dalagaa isaa eegala. yoo abbaan manaa dhufee hulaa banee ol seenu, yoo lafti halkan tahe ifaa ibsaaf. itti aansuun faana isaa hordofuu eegala. yoo inni gara maashina bunaa deeme, Maashinni bunaa buna buusuu eegala. yoo inni Soofaa irra taa’ee fuulaan gara TV garagale, TVn ni banama. yoo inni biraa ka’u ni cufama. inni rafnaan ifaan hundi ni dhaama, maashinni hundi dalagaa dhaaba. inni siree irraa ka’ee sochii eegallaan wanti inni itti dhihaate hundi dalagaa eegala.

Meeshaan kun dhihoo tana oomishame. haga ammaa gabaa irra hin oolle.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button