Sagantaan Muhaadaraa guddaan aanaa Jaarsoo araddaa Odaa Muudaatti geggeeffame.

Sagantaa kana Irratti Ulama’oonni fi Ustaazonni heddu argamuun da’awaa kan godhan tahuu odeeyfannoon argame ni addeessa.

Keessumoota sagantaa kana irratti qooda fudhatan jidduu:

  1. Sheik Muusaa Su’aalaa
  2. Sheikh Jamaal Haaji
  3. Sheikh Muhammad Arrooyle
  4. Sheikh Ziyaad Jabal
  5. Sheik Aadam Bashiir
  6. Sheikh Tamaam Muktaar irratti argamu beekameera.

 

 

 

Comments
Loading...