OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Sheikh Yuusuf  Darasaa gara ganda Aakhiraatti godaanuun dhagayame

Innaa Lillaahi Wa Innaa ileeyhi Raaji’uun!
 

Hogganaa Majlisa aanaa Malkaa Baalloo kan turan Sheikh Yuusuf Darasaa ykn Sheikh Yuusuf Towhidaa, kaleessa salaata Zuhrii salaatanii gara manatti eegaa deebi’anii booda, dhukkubbii tasa isaan muudateen gara ganda Aakhiraatti godaanuu odeeyfannoon ni addeessa.

Sheikh Yuusuf yeroo lubbuun turan naannawa isaanitti , Masjiidota fi madrasaalee ijaarsisuun akkasumas namoota rakkatan gargaruun beekamu.

Sheikha keenya Rabbiin Jannataan haa qananiisu firaa fi Ahlii isaaniitiifis Rabbiin Sabrii haa keennu.

Show More

6 Comments

  1. .إنا لله وإنا اليه راجعون اللهم اغفر الهمورحمحوم اللهم افتح لهم جنة الفردوس لأعلى

  2. Innalilaahi wainna
    ileehi raji’uun Rabbiin jannataan haa gammchisu maati isaani Rabbiin jajjabina
    haa kennuuf

  3. innaa lillaah wo innaa ileeyhi Raaji’un
    innaa lillaah wo innaa ileeyhi Raaji’un
    innaa lillaah wo innaa ileeyhi Raaji’un
    Rabbiin worraa jannaata isaan haa taasisuu

...

Back to top button