COVID-19
-
Afrikaa

Guutuu Addunyaatti lakkoofsi namoota COVID-19’n qabamanii 6,636,148 gahe
Meeksikootti guyyaa har’aa qofa namni 1,092 dhibee kanaan kan du’e yoo tahu, biyyoota Kamiisa har’aa lakkoobsa nama du’e guddaa galmeessan…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

COVID-19 UPDATE June 4, 2020
Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota Vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahee 1,636 gahe Ministeerri Fayyaa ibsa Khamiisa har’aa baaseen, qorannoo laabiraatoorii sa’aatii 24…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Guutuu Addunyaa keessatti Narsoonni 600 ol dhibee vaayirasii koroonaatiin du’uu gabaafame
Manni Maree Narsootaa Idila Addunyaa gabaasa Arba’aa kaleessaa baaseen, biyyoota 30 keessatti ogeeyyoonni fayyaa 230,000 tahan Covid-19 qabamuun isaanii akka…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Biyyoota hedduutti Masjidoonni banamaa jiran
Tatamsa’ina weerara dhukkuba Koroonaa-vaayras to’achuuf biyyoonni hedduun Masjidoota dabalatee, tarkaanfii manneen amantaa cufuu fudhatanii turan. Mana taa’uun dhukkuba kana jalaa…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Indoneezhiyaan lammiileen isii Hajjii bara kanaatiif gara Sa’uudii kan hin imalle tahuu beeksiste
Indoneezhiyaan weerara Vaayirasii koroonaatiin wal qabatee, lammiileen isii sirna Hajjjii bara kanaa irrattii kan hin hirmaanne tahuu beeksiste. Indoneezhiyaan biyya…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

COVID-19 UPDATE JUNE 01,2020
Ministeerri Fayyaa Sa’aa 24 dabre keessa qoronnoo geggeefameen namoota 85 irratti vaayirasiin koroonaa argamuu beeksise Ministeerri Fayyaa ibsa Wixata har’aa…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

COVID-19 UPDATE MAY 31,2020
Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota Vaayirasii Koroonaatiin qabamuu mirkanaahee 1,172 gahe. Ministeerri Fayyaa ibsa Alhada har’aa baaseen, qorannoo laabiraatoorii sa’aatii 24…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Ministeerri Fayyaa Sa’aa 24 dabre keessa qoronnoo geggeefameen namoota 95 irratti vaayirasiin koroonaa argamuu beeksise
Ministeerri Fayyaa ibsa Sabtii har’aa baaseen, qorannoo laabiraatoorii sa’aatii 24 darban keessatti namoota 5,034 irratti geggeeffameen, namoota 95 irratti vaayirasiin…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Donald Tramp hariiroo Ameerikaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaa waliin qabdu hunda addaan kutuu beeksise
Prezdaant Traamp Dhaabbatni Fayyaa Addunyaa (WHO) weerara Covid-19 Chaayinaa keessatti jalqaba ka’e, dafee nu hin beeksifne jechuun qeeqaa ture. Prezdaantichi…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Lammiileen Itoophiyaa Kuweet irraa deebifamuuf iddoo tokkotti walitti qabaman “haala yaaddeessaa keessa jira”jadhan
Ji’a tokko dura Kuweet dabalatee biyyoonni galoo galaana Arabiyaa lammilee biyyoota gara garaa kanneen waraqaa hayyama jireenyaa hin qabne, sababa…
Guutuu Dubbisi »










