COVID-19
-
Odeeyfannoo

Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii miiliyoona 30 darbe
Sadarkaa Idil Addunyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii miiliyoona 30 kan darbe yoo tahu, namoonni miiliyoona tokkotti dhihaatan ammoo sababa…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Lammiilee Afrikaa miiliyoona 12 qorannoon godhameef jidduu miiliyoona 1.3 irratti vaayirasichi argamuu ibsame
Lammiilee Afrikaa miiliyoona 12 qorannoon godhameef jidduu miiliyoona 1.3 irratti vaayirasichi argamuu ibsameAfrikaatti hanga ammaatti qorannoowwan laabraatoorii vaayrasii koroonaa miiliyoonni…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Indiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamanii miiliyoona 4 dabre
Indiyaa keessatti guyyoota lamaan dabran qofa vaayirasichi namoota 170,000 ol irratti kan argame yoo tahu haaluma kanaan lakkoofsi lammiilee biyyattii…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Itoophiyaatti Lakkoofsi Namoota COVID-19 qabamanii 56,500 dabre
Biyyattiitti sa’aa 24 dabre qorannoo laabraatoorii namoota 23,712’f godhameen vaayrasichi namoota 1,303 irratti argamuu fi walumaagalatti lakkoofsi namoota dhibee kanaan…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Mootummaan Keeniyaa Weerarri Covid-19 biyyattii keessatti hir’ataa jiraatuu beeksise
Prezdentiin Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaataan, kaleessa qondaaltota mootummaa biyyattii waliin haala tatamsa’ina dhibee Kooronaa ilaalchisee marii geggeesse irratti, tarkaanfiin mootummaan isaa…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Ameerikaan talaallii vaayrasii koroonaa tolchuuf tattaaffi godhamu irratti kan hin hirmaanne tahuu beeksiste
Biyyoonni 150 ol Dhaabbata Fayyaa Addunyaa jalatti qindaahuun talaallii vaayrasii koroonaa tolchuu fi raabsuuf tattaaffi kan godhaa jiran yoo tahu,…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

WHO’n Biyyoonni uggura sochii ummataa kaasuu eegalan hawaasa COVID-19 saaxilamoo ta’an eeguu akka qaban akeekkachiise
Dhaabbannii Fayyaa Addunyaa Biyyoonni sochii daldalaa fi tajaajilaa eegalan, weerarri vaayirasichaa deebu’ee akka hin babal’annee fi lubbuun lammiilee akka hin…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Guutuu Addunyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamanii miiliyoona 25 dabre
Weerarri Vaayirasii Koroonaa ji’a 8 dura Chaayinaa magaalaa Wuhaan jedhamtu keessatti ka’a hanga ammaatti gutuu addunyaa keessatti namoota miiliyoona 25…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Hospitaala Yunivarsiitii Gondaritti Haakimoota lama dabalatee Ogeeyyonni Fayyaa 22 tahan vaayirasii koroonaatiin qabaman
Hospitaala Rifaraalaa fi Kolleejjii Saayinsii Fayyaa Yuunivarsitii Gondaritti hakimoonni lamaa fi leenjifamtoonni shaakalarra jiran (intern) 20 Covid-19n qabaman. BBCn maddeen…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Weerarri Vaayirasii koroonaa biyyoota Afrikaa heddu keessatti hir’ataa jiraatuu ibsame
Dhaabbanni Ittisa dhibee Afrikaa (Africa-CDC) jedhamu akka gabaasetti, torbee dabre keessa Afrikaa keessatti lakkoofsi namoota haarayatti vaayirasichaan qabamanii 20% hir’ate.…
Guutuu Dubbisi »









