Ityoophiyaa
-
Odeeyfannoo

Dooniin Galaana Diimaa irraan gara Yaman imalaa turte dhidhimuun baqattoonni lammiilee Itophiyaa 46 du’an
Baqattootnni Doonii qarqara Yamanitti garagalte keessa turan hundinuu lammiilee Itoophiyaa akka tahanii fi, achi buteen namoota 16 kan dhabame tahuu…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Itoophiyaan waldhabdee daangaa Eertiraa waliin qabdu ilaalchisee waliigaltee “Aljeers”haal duree tokko malee kan fudhattu tahuu beeksifte
Koreen hujii raawwachiiftuu ADWUI walgahii idilee guyyaa har’aa geggeesseen murtiiwwan dabarse jidduu, waldhabdee Itoophiyaa fi Eertiraa jidduu waggoota diigdamaa oliif…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Manni Maree bakka bu’oota ummataa murtee manni Maree ministeerotaa labsiin yeroo muuddamaa akka kaafamu dhiyeessee raggaasise.
Sabtii darbe manni maree ministeerotaa labsiin yeroo muddamaa akka kaafamu murteessuun ni yaadatama, kanuma irratti hundaa’uun manni Maree bakka bu’oota…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Abbaan Alangaa Federaalaa namoonni 746 mana hidhaatii akka lakkifaman kan murtaaye tahuu beeksise.
Namoonni gaaffii mirga amantaa fi yakka adda addaatiin itti murtaa’ee mana hidhaa Federaalaa keessa jiran 417 ‘dhiifamaan’ akka gad-dhiifaman kan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Sochiin daangaa Suudaan, Masriifi Eertiraa jiru haala yaaddessaa irra gahe.
Ministeerri haajaa alaa Suudaan Ibraahiim Ganduur ministeera haajaa alaa Itoophiyaa Dr Warqineh Gabayyahu waliin Alhada hara’aa Khartuum keessatti eega mar’atee…
Guutuu Dubbisi »





