Sabtii darbe manni maree ministeerotaa labsiin yeroo muddamaa akka kaafamu murteessuun ni yaadatama, kanuma irratti hundaa’uun manni Maree bakka bu’oota ummataa sagalee caalmaan kan raggaasise tahuun beekameera. ItyoophiyaaLabsii Yeroo Muddamaa 81 Share