Ministeera Fayyaa
-
Odeeyfannoo

Itoophiyaatti hammi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii % 12.8 dabaluu ibsame
 Ityoophiyaatti hammi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii % 12.8 dabaluu Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa beeksiise. Weerarichi sadarkaa idil addunyaatti % 2,…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

COVID-19 UPDATES June 27, 2020
Ministeerri Fayyaa Itoophiyaa Qorannoo laaboraatorii sa’aa 24’n dabre keessaatti namoota 5552 taasiifameen namoonni faalaman 145 argamu fi lubbuun nama 5…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

COVID-19 UPDATES June 22,2020
Itoophiyaatti Namoota 3238 kan qorannoon COVID-19 taasifameef jidduu Namoonni Faalaman 131 argamu ibsame. Qorannoo dhibee Koroonaa Vaayiras sa’aa 24’n dabre…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Qajeelfamoota Labsii muddamaa Dhibee Koroonaa Vaayiras ittisuuf bahe jidduu muraasni fooyya’e
Ministeerri Fayyaa Dr Liyaa Taaddasaa qajeelfamoota tatamsaa’a COVID-19 to’achuuf bahe jidduu, Qorannoo reefka,sirna Awwaalchaa, iddoo tursiisa dirqama fi mana ofiitti…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Itoophiyaatti lakkoofsi Namoota COVID-19’n qabamanii 582 gahe
Itoophiyaan sa’aa 24’n dabre keessa namoota 4048 qorannoo COVID-19 kan goote yoo tahu, namoota 88 irratti dhibeen kun kan argame…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ministeerri Fayyaa Dr. Amiir Amaan aangoo gadi lakkisuuf akka tahe gabaafame
Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa Dr. Amiir Amaan aangoo gadi lakkisuuf xalayaa waajjira muummicha ministeeraatiif kn galfate tahuu gabaafame. Haata’u malee ministeerichi…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ministeerri Fayyaa Vaayirasiin iboolaa gara Ityoophiyaa akka hin seenne too’anna cimsuu beeksise
Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa WHO’n torbee dabre dhibeen iboolaa akka haarayaatti Koongoo-DRC keessatti ka’e, sadarkaa sodaa hawaasa addunyaa irra gahuu labsee…
Guutuu Dubbisi »







