Plaaneetota

  • Tafakkur

    Gaalaaksii

    Rabbiin warra sammuu qabu ykn warra waa xiinxallu hoggaa jedhu warra akkam baana. إِنَّ فِي خَلْقِ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ وَاخْتِلَافِ اللَّيْلِ…

    Guutuu Dubbisi »
  • Tafakkur

    Meerkurii

      Meerkuriin plaanetoota hanga amaatti beekaman keesaa xiqqoo yoo taatu, Adutti dhihaattee argamti. maqaan Meerkurii jedhu kun, maqaa sanamaa warri…

    Guutuu Dubbisi »
  • Tafakkur

    Veenas/Venus

    Veenas Aduu irraa Meerikuritti aanuudhaan lammaffaa irratti argamti. Dachiin irra jirru tun ammoo Sadaffaa irratti argamti. Veenas Wantoota Hawaa kana…

    Guutuu Dubbisi »
  • Tafakkur

    Maars

    Pilaaneetoonni ilmi namaa hanga ammaatti argama isaanii qajeellotti beeke sagal yoo tahan, hundi isaaniituu kan jiraachuun isaanii saayinsii qabatamaan mirkanaawe.…

    Guutuu Dubbisi »
  • Tafakkur

    Addeessa

    Uumaa Rabbii keennaa laakkofnee fixuu hin dandeennu. Rabbiin hawaa kana haala ajaa’ibaatiin uumee jira. Uumamni isaa hir’ina takkallee hin qabu.…

    Guutuu Dubbisi »
  • Tafakkur

    Lafa (Earth)

    Dachii irra dhaabbannee deemnu, ta qotannee irraa soorannu, ta mana irratti ijaarrannu, gaafa jiruu addunyaa xumurree godaannu ammoo tan itti…

    Guutuu Dubbisi »
  • Og-Barruu

    Mu’jizaa Samii keessa jiru

     Qophii Abu Ibtisam Namoonni heddu,  Anbiyoonni amma dura dabran hundi, Mu’ujizaa addaa qaban, Mu’ujizaan Nabi Muhammad (SAW) hoo maali? Jedhanii…

    Guutuu Dubbisi »
Back to top button