Odeeyfannoo Biyyaa

Ustaaz Kamaal Amaan Gammadaa Suudaan irraa gara biyyaatti galan

Ustaaz Kamaal Amaan Gammadaa biyya Suudaan keessatti barnoota Diin Islaam irra kan turan yoo ta’an, har’a galgala gar biyyaa yeroo galanitti, Daayirektara Miidiyaa Nuuralhudaa Ustaaz Abdurrahmaan Huseen dabalatee du’aatotaa fi Ustaazota birootiin simatamanii jiran.

Ustaaz Kamaal Amaan hundeeffama Jaarmaya Sumayyootaa fi Bilaalotaa keessati namoota gahee ol aanaa qaban keessaa tokko yoo tahan, Jaarmayicha keessatti hoogganaa kutaa diinagdee tahuun, akkasumas miseensa Boordii Miidiyaa Nuuralhudaa tahuun tajaajilaa jiran.

Show More

3 Comments

  1. اسلام عليكم ورحمة الله وبركاته
    baga nuuf galtaani USTAAZA KEENNA JALAATAMO FI KABAAJAMOO baga nagahan Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah

...

Back to top button