header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Ustaazonni keenya lammiilee liyyuu poolisiin qe’ee  isaanii irraa buqqifaman Ziyaaran

Ustaazonni keenya gara godina Baalee imaluun lammiilee Oromoo liyyuu poolisiin qe’ee
isaanii irraa buqqifaman Ziyaaran
Miseensoonni Koree Furmaata barbaadduu hawaasa muslimaa Sheekh Makkata Muhee, Ustaaz Kamiil Shamsuu, Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa, Ustaaz Muhammad Faraaj fi Ustaazoonni biroottis lammiilee Oromoo naannoo Soomalee irraa buqqifamanii Gammoojjii Baalee keessa qubsiifamaniif deeggarsa godhaniiru.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button