header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Gaazexeessaa Iskindir Naggaa dabalatee namoonni 11 waraana Mootummaatiin ukkaamfamuun dhagahame

Gaazexeessaa Iskindir Naggaa kan dhiheenya kana hidhaa irra hiikame dabalatee namoonni heddu poolisootaan ukkaafamanii kan hidhaman tahuu odeeyfannoon argame ni addeessa.

Namoonni ukkanfaman:
1.Gaazexeessaa Iskindir Naggaa
2.Tafarraa Tasfaayee
3.Gaazexeessaa Tamasgan Dassaaleny
4.Obbo Andu’alam Arraagee
5.Obbo Addisuu
6.Zalaalam Warqaganyahu
7. Mahleet Faantahuun
8.Waynisheet Mollaa
9.Yidneqachewu Addis
10. Bafiqaaduu Hayluu fi
11.Sintaayyoo Chakkol tahuun beekameera.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button