header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
AfrikaaOdeeyfannoo

Balaa Xiyyaaraa Aljeeriyaa keessatti muudateen \namoonni 270 ol du’an.

Balaa xiyyaaraa ganama har’aa Aljeeriyaa buufata waraanaa magaalaa Aljeersiin alatti argamu keessatti muudateen, yoo xiqqaate namoonni 270 kan dhuman tahuu miidiyaaleen biyyattii gabaasan. Xiyyarri waraana Aljeeriyaa kun loltootaa fi qondaaltota waraanaa fe’ee buufata waraanaa Bufariq jedhamu irraa gara magaala Bishaar jedhamtu tan lixa biyyattitti argamtutti balali’aa ture.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button