header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Mormiin Bulchiinsa naannoo Soomalee irratti godhamu itti fufee jira

 

Guyyaa hardhaa naannoo Soomalee magaalota adda addaa keessatti ummanni naannichaa bulchiinsa Abdii Ilee irratti mormii dhageesisaa jira. Magaalaa guddoo Naannichaa Jigjigaa keessatti duulli lagannaa gabaa fi mana taa’uu kan geggeeffame tahuu odeeyfannoon argame ni addeessa.

Haaluma walfakkaatuun magaalota godina Shinillee iddoo dhaloota itti aanaa prezdaantii naannichaa kan duraanii keessattis dukkaanonni magaalaa keessa jiran guututti cufaa tahuu beekameera.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button