header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Odeeyfannoo

Aanaa Adaabbaatti sagantaan Da’awaa fi galii ijaarsa masjiidaaf walitti qabu gaggeeffame.

Godina Arsii Lixaa Aanaa Adaabbaatti Sagantaan kun muddee 10/2010 ganda Ejersaa cumuluggoo iddoo harawaa jedhamutti kan geggeeffame yoo tahu, sagantaa kana irratti keessumoonni afeeramuu odeeyfannoon arganne ni addeessa.

Ustaazoota sagantaa kan irratti qooda fudhatan jidduu, Munshid Kamaal Heebboo,Ustaaz Ibsaa ( balee Roobee irraa), Ustaaz Umar da’waa gindhiir irraa akkasumas hawaasni muslimaa naannawa sanii fi masjiidonni naannawa sanii hundi hirmaachuudhaan ijaarsa masjiidaatiif gumaata maallaqaa, midhaanii beyladaa fi lafa heektaara 2 kan arjooman tahuun beekameera.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button