header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
AfrikaaOdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Lammiileen Itoophiyaa 3000 tahan Manneen Hidhaa Suudaan fi Keeniyaa irra gad-lakkifaman

Mummichi mnisteera Itoophiyaa Daw’annaa huii Suudaan fi Keeniyaa keessatti geggeesseen lammileen Itoophiyaa biyyoota lamaan keessatti hidhaa irra iran akka lakkifamaniif gaafachuu isaa gabaasuun keenna ni yaadatama. Haaluma kanaan guyyaa kaleessaa lammiileen Itiyoophiyaa 1400 tahan mana hidhaa biyya Sudaan irraa 1600 ammoo manneen hidhaa Keeniyaa irraa kan lakkifaman tahuu gabaasni arganne ni ibsa.

Haaluma walfakkaatuun abbaan alangaa Federaalaa ibsa Jum’aa hardhaa baaseen Dr Fiqruu Maaruu dabalatee himannaa namoota 62 kan kaafame tahuu beeksise.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button