header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Markazni Imaamul Kisaa’ii Marsaa 10ffaaf barattoota Hifzii Qur’aanaatiin Eebbisiise.

Markazni Imaamul Kisaa’i kan godina Harargee bahaa magaalaa Haramaayaa ganda Qoree keessatti argamu, guyyaa hardhaa barattoota Hifzii Qur’aanaatiin barsiisaa ture marsaa 10ffaaf eebbisiise.

Sagantaa Eebbaa kana irratti Ulama’oonni fi keessumoonni hedduun kan hirmatan yoo tahu, namoota argaman jidduu Sheikh Abduulaxiif, Sheikh Zaakir, Sheikh Sa’id Durrii, Sheikh Zakariyyaa fi keessumoonni birootis kan hirmataatan tahuun beekameera.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button