header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
EeshiyaaOdeeyfannoo

BREAKING: Hoogganaan Paartii Mormituu Maaleezhiyaa Anwaar Ibraahiim mana hidhaatii gad lakkifame

 

Muummichi ministeera Maleezhiyaa torbaan dabre haraya filatame Dr Mahtiir Muhammad sirna muudama isaa irratti hoogganaa paartii mormituu mana hidhaa jiru Anwaar Ibraahim hidhaa irraa gad lakisuudhaaf kan hojjatu tahuu waadaa galee ture.

Haaluma kanaan Anwaar Ibraahiim Arba’aa hardhaa mana hidhaa irraa kan gad lakkifame tahuu BBC’n gabaase. Mahtiir Muhammad  haadha manaa Anwaar Ibraahiim Dr Waan Aziizaa Waan Ismaa’il itti aantuu Muummicha ministeeraa godhuun kan muude yoo tahu, Anwaar hidhaa irraa eega lakkifameen booda yeroo waggaa lamaa keessatti taayitaa muummee ministeeraa dabarsee kan kennuufis tahuu waadaa gale.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button