header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Magaalaa Asallaati hiriirri deeggarsa Muummicha Ministeeraa geggeeffame.

Guyyaa hardhaa magaalaa Asaallaatti jijjiirama siyaasaa biyyaatti keessatti muldhataa jiru fi muummicha ministeeraa jabeessuuf hiriirri deeggarsaa kan geggeeffame yoo tahu, gocha kaleessaa hiriira magaalaa Finfinnee irratti raawwatames balaalefatu odeeyfannoon naannawa irraa nu gahe ni mul’isa.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button