header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Aalimni Guddaan Biyya keenyaa Sheikh Ibraahim Cakkaa Aakiraman

Innaa Lillaahi Wa’innaa Ileeyhi Raaji’uun!

Sheikh Ibraahim Cakkaa waggaa 80 ol godina Harargee bahaa Aanaa Kombolchaa araddaa Qeerransaa keessatti barnoota Diinii kan barsiisaa turan yoo tahu, guyyaa hardhaa Umrii isaanii waggaa 134ti gara Aakiraatti kan godaanan tahuun beekameera.

Guyyaa boruu sirni Awwaalcha isaanii ganama sa’aa 3:00 irratti araddaa Qeerransaatti kan raawwatamu tahuus beekameera.

Sheikh Keenya Rabbiin Jannatan haa qananiisu, mattii fi ummata muslimaa maraaf jajjabina hawwina.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button