header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Buufatni Raabsaa Humna Elektrikii Sokorruu balaa Ibiddaatiin gubate

Buufatni Sokorruu, humni elektrikii hidha laga Gibee tokkoffaa fi lammaffaa irraa maddu kan itti kuufamu yoo tahu, balaa ibiddaa ganama kana muudateen Traansfoormariin tokko kan gubate tahuun beekame. Kanuma hordofuun magaalota Hosaa’inaa, Jimmaa, Aggaaroo, Boongaa fi Miizaan Teeppii irraa ibsaan kan cite tahuu gabaasni arganne ni mul’isa.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button