AfrikaaOdeeyfannoo

Prezdaantiin Eertiraa Sabtii dhuftu Finfinnee daaw’ata

Prezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afaworqii Sabtii dhuftu Adoolessa 14/2018 Finfinnee kan seenu tahuu Ejensiin Odeeyfannoo Itoophiyaa gabaase. Akka gabaasa kanaatti mootummaan Itoophiyaa prezdaanticha simachuuf qophii bal’aa jalqabee jira.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Related Articles

Back to top button