OdeeyfannooUSA
Ustaaz Abubakar Ahmad gara Ameerikaa imale
Walitti Qabaan Koree Fala Barbaadduu Hawaasa Muslimaa Ustaaz Abubakar Ahmad Arba’aa Har’aa Ameerikaa seene. Hawaasni muslimaa biyya keenyaa magaalaa Washingtonii fi naannawa isii jiraatan simannaa hoo’aa godhaniifii jiru. Ustaaz Abubakar Ahmad hundeeffama waggaa 30 ffaa waldaa Badr international ilaalchise Konfaransii qophaaye irratti hirmaatuuf gara Ameerikaa Imale.