header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooUSA

Ustaaz Abubakar Ahmad gara Ameerikaa imale

Walitti Qabaan Koree Fala Barbaadduu Hawaasa Muslimaa Ustaaz Abubakar Ahmad Arba’aa Har’aa Ameerikaa seene. Hawaasni muslimaa biyya keenyaa magaalaa Washingtonii fi naannawa isii jiraatan simannaa hoo’aa godhaniifii jiru. Ustaaz Abubakar Ahmad hundeeffama waggaa 30 ffaa waldaa Badr international  ilaalchise Konfaransii qophaaye irratti hirmaatuuf gara Ameerikaa Imale.

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button