header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Waldaan Baatii Diimaa Emreets  lammiilee Oromoo Qe’ee fi qabeenya isaanii irraa buqqifamaniif deeggarsa birrii miliyoona 50.7 kenne

Deeggarsi  waldaan Baatii Diimaa Emreets kenne kun, lammiilee Oromoo naannawa daangaa godinaalee Oromiyaa Gujii, Booranaa fi Baalee irraa buqqa’an deebisaanii dhaabuuf kan oolu tahuunis beekameera.

Maallaqni kun godinaalee sadiin keessatti manneen 1000 ijaaruuf kan oolu tahuu odeeffannoon ni addeessa. Kana malees Emreets dhiheenyatti midhaan nyaataa lammiilee 700,000f kennuuf qophii xumuruu beeksifte.

 

 

 

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button