header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
AfrikaaOdeeyfannoo

Afrikaa Kibbaatti haleellaa fi Saamicha Manneen daldalaa lammiilee biyya alaa irratti xiyyeefateen lubbuun namaa dabre

Haleellaa fi Saamicha daldaltoota lammiilee biyyoota biroo keessattuu lammiilee Itoophiyaa fi Somaalee magaalaa Suweetoo fi naannawa isii keessa jiraatan irratti xiyyeefate kanaan, yoo xiqqaate lubbuun nama 3 kan darbe tahuun beekameera. Poolisiin Afrikaa Kibbaa jeequmsa magaalaa Suweetoo keessatti uumame kanaan walqabatee namoota 27 too’annaa jala oolchuu hime.

 

Jiraattonni naannichaa daldaltoonni kunniin meeshaalee yeroon irra darbe nuuf gurguran jechuun himatan. Jeequmsi Suweetotti ka’e kun gara naannawa birootittis kan babal’ataa jiru tahuu gabaasni BBC irraa arganne ni ibsa.

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button