header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Ulamaa’ota dhiheenya biyya Ormaa irraa galaniif Magaalaa Baalee Roobeetti Simannaan godhame

Magaalaa Baalee Roobeetti guyyaa har’aa Ulamaa’ota gurguddoo biyya keenyaa roorroo mootummaatiin dhiibamanii biyya Isaanii irraa baqatuun biyya Ormaa keessa waggaa dheeraaf jiraataa turaaniif, sagantaan simannaa ho’aa tahe godhameefii jira. Sagantaa Simannaa kana irratti Ulamaa’onni fi hawaasni lakkoofsaan heddu tahe kan ragaman tahuu odeeyfannoo ni addeessa

Ulamaa’ota Simannaan godhameef
Sheikh Alii Jimmaa
Sheikh Muhammad Waadoo
Dr Seyfudiin
Sheikh Ahmad Xaahaa
Sheikh Tamaam Qaasim tahuu gabaasni kun ni ibsa.

One Comment

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button