header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Paartiin Dimokraatawaa Oroomoo  fi Addi Bilisummaa Oromoo waliin hojjatuuf walii galan

Hoggantoonni Paartiilee lamaanii har’a eega waliin mari’ataniin booda ibsa baasaniin akka jedhanitti, Paartiileen lamaan falmii jidduu isaanii ture dhiisuun, walii galtee kanaan dura Asmaratti godhame hojii irra akka oolu waliin hojjachuuf kan murteessan  tahuu beeksisan.  Walii galtee kana irratti, humni waraana ABO qaama mootummaa ta’ee  mootummaa naannoo Oromiyaatiif kan tajaajilu tahuus ibsameera.

 

Hogganaa ODP fi Prezdaantiin bulchinsa mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Lammaa Magarsaa fi hogganaan ABO Obbo Daawud Ibsaa marii har’aa kana irratti kan hirmaatan tahuun beekamee jira.

ODP FI ABO

 

 

One Comment

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button