header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Manguddoon Naannolee Oromiyaa fi Somaalee irraa walitti dhufan dhimma nageenyaa irratti mati’aatuu gabaafame

Marii kana irratti manguddoon, Abbootiin amantaa fi qaamonni hawaasaa naannoolee lamaan irraa walitti dhufan, rakkoo naannoolee lamaan keessatti muldhataa jiru, karaa aadaatiin furuuf kan hojjataa jiran tahuu beeksisan

Jaarsoliin kunniin naannoolee lamaanitti imaluun hawaasa waliinis mari’aatuuf kan karoorfatan tahuus odeeffannoon ni addeessa.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button