header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Masjiidni Imaamu Muzammil guyyaa kudhan keessatti akka diigamu ajajni dabre

Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti waajjiiri misooma lafa magaalaa kutaa Lidataa, masjiidaa fi madrasaan Imaamu Muzammil kan naannawa Takla Haymaanotitti argamu,  guyyaa 10 keessatti akka diigamu ajaja kan dabarse tahuu odeeyfannoon ni addeessa.

 

Waajirri bulchiinsa lafa magaalaa kutaa Lidataa xalayaa masjiidichaaf erge irratti, “iddoon kun faayidaa ummataatiif akka oolu waan murteeffameef,  manneen irra jiran guyyaa 10 keessatti akka diigaman”kan jedhu tahuun beekamee jira. Masjiidni kun seera qabeessaa fi yeroo dheeraaf hawaasni muslimaa kan keessatti Salaataa ture yoo tahu, bulchiinsi magaalattii Masjiidaa fi madrasaa “faayidaa ummataatiif diigaa iddoo gad lakkisaa”jechuun, tuffii hawaasa muslimaa muldhisa komiin jedhu ummata irraa kan kahe tahuu odeeyfannoon arganne ni ibsa.

Imaamu Muzammil1.jpg

Imaamu Muzammil

 

 

 

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button