header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Majliisni magaalaa Finfinnee iddoowwan naannawa  masjiida Anwaaritti argaman caalbaasiin gurguruuf akka tahe gabaafame

Hawaasni Muslimaa kanaan dura, galii dukkaanota masjiida Anwaar irraa argamu bulchiinsi masjiidaa fi qaamni dhimmi ilaallatu akka ifa godhuuf gaafataa kan ture yoo tahu, gaaffiin ummataa kun hanga har’aatti deebisaa argachuu hin dandeenye.

 

Amma immoo yeroo majliisni bifa haarawaan akka hundeeffamu irratti hojjatamaa jiru kanatti, manni marii dhimma Islaamaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee iddoowwan naannawa masjida Anwaaritti argaman,  abbootii qabeenyaatiiif gurguruuf caalbaasiin kan bahe tahuu odeeyfannoo ni addeessa.

 

Yeroo hoggantoota mana marichaa fi  majliisaa bifa haarawaan ijaaruuf sochiin godhamaa jiru kanatti, Manni marii dhimma Islaamaa magaalaa Finfinnee  caalbaasii akkanaa baasuun kun tarkanfii sirriitii miti jechuun hawaasa irraa komiin kan ka’aa jiru tahuun beekamee jira.

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button