Poolisiin Naannoo Amaaraa magaalaa Bahirdaritti sakatta’iinsa mana jireenyaa Poolisa Komaandar Wubatuu Shifarraawu jedhamuu irratti godheen, Shugguxiin 498 too’annaa jala ooluu gabaafame. Komaandarichis kan qabame tahu odeeyfannoo ni addeessa. Bahir DarNaannoo Amaaraa 2 Share