OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Konfiransiin guddaan Magaalaa Galamsoo ganda Daalootti geggeeffamaa jira

Konfiransii kana irratti Ulamaa’onni biyya keenyaa gurguddoon iddoo adda addaa irraa dhufan, akkasumas keessummoonni fi hawaasni muslimaa lakkoofsaan hedduu tahe irratti hirmaataa jira. Kaayyoon sagantaa kanaa masjiida fi markaza Jamii’ii gandichatti ijaaruuf karorfameef dhagaa bu’uuraa kahuuf tahuu odeeyfannoon ni addeessa.

One Comment

Comment

Related Articles

Back to top button