header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Godina Jimmaa Magaalaa Sigimootti Sagantaan Muhaadaraa guddaan geggeeffame

Sagantaa Muhaadaraa guddaa guyyaa hardhaa geggeeffame kana irratti hawaasni muslimaa naannichaatii fi akkasumas keessummoonni heddu iddoo gara garaa irraa affeeraman sagantaa kana irratti argamuun qooda fudhatuu odeeyfannoon ni addeessa.

Kaayyoon Sagantaa kanaa, Masjiida Nuur kan magaalaa Sigimoo keessatti ijaarama jiru xumursiisuuf galii walitti qabuuf yoo tahu, hawaasni muslimaatis deeggarsa guddaa kan godhe tahuun gabaafamee jira.

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button